Dhaggeeffatoota keenyaa, marsariitiin yokaan teessoon marsaa interneettii keenyaa, WWW.VOANEWS.COM/OROMOO dha. Yoo kun sin dide, WWW.SINBIRTUU.COM jedhaa nu barbaadaa. Achii booda fuula haaraa tu mul’ata. Dhuma fuula sanaa irraa, kan afaan Ingiliziitiin “USE PSIPHON” jedhu tuqaa. Inni gara marsaa keenyaatti isin geessa.
To view this site, you need to have Flash Player 9.0.115 or later installed. Click here to get the latest Flash player.