blank

| Contact VOA News

Siyaasa RSS Feeds RSS

Hariioon Diplomaasii Calliinsaan Guutame Mirga Namaa Hin Eegisisn Hafe

Dimokraasii shaffisu kanneen jedhaman dhiittaa mirga namaa raawwatan jedha Human Rights Watch

Danqamni polotiikaa Ivory Coast hammaataa adeeme.

Presidentiin Ivory Coast Laurent Gbagbo, mee kan aangoo irraa na darbun ilaala waan jedhan fakkaatu.

Filannoo Giddu-galeessa Marroo irratti eenyuutu milka'aa ?

Xiinxalaan siyaasaa dargaggoo Jawaar Mohaammad immoo 'ilannoon geggeessamuutti jiru kun paartiin akka mohachuuf jiran agarsiisa' jedha.

Uummatni Rakkina Dinagdee Hamaa Isa Mudateef Furmaata Hatattamaa Dhabuu Irraa Aaree Dimookiraatota Irraa Fuula Deebifate’

Demokraatonni rakkina dinagdee Uummatichaaf Fala barbaadu, ripulikaanonni garuu gara dureessotaa goru jedhu kaneen sagalee kennan

ኢህአዲግ ወደ ድርድር ይገባ ዘንድ ህዝቡ ጫና እንዲያደርግበት መድረክ ጥሪ አቀረበ

መድረክ ከገዢው ፓርቲ ጋር ሊያደርጋቸው የሚፈልጋቸውን ነጥቦችንም አስታውቋልየኢትዮጲያ ፌደራላዊ አንድነት መድረክ ከገዢው ፓርቲ ጋር ሊያደርጋቸው የሚፈልጋቸውን ነጥቦችንም አስታውቋል

OBBO LEENCOO LATAA

Haala Polotiikaa Somaliyaa irratti Gaaffii fi Deebii Obbo Leencoo Lataa Wajjin

“Al-Shabaabiin ka jabeesse, Itiyoophiyaa fi Ameerikaan Somaliyaa keessatti akka diinaatti ilaalamuu dha".

Oromoo Radio Shows

Mala Adda Addaa Ittiin Dhageessan

Dhaggeeffatoota keenyaa, marsariitiin yokaan teessoon marsaa interneettii keenyaa, WWW.VOANEWS.COM/OROMOO dha. Yoo kun sin dide, WWW.SINBIRTUU.COM jedhaa nu barbaadaa. Achii booda fuula haaraa tu mul’ata. Dhuma fuula sanaa irraa, kan afaan Ingiliziitiin “USE PSIPHON” jedhu tuqaa. Inni gara marsaa keenyaatti isin geessa.

 

VOA 60 - Africa

To view this site, you need to have Flash Player 9.0.115 or later installed. Click here to get the latest Flash player.


Kuusaa Suraalee

Gabaasa Addaa