No media source currently available
Naansii Reegan haadha manaa pireezdaantii Yunaaytid Isteets han 40ffaa, Roonaald Reegan turte. Sababa dhukkuba lapheetin oggaa 94tti harra addunyaa kanarra du'an boqatte.
Share